Yaa Abbaa keenyaa.
Waaqa irra kan jiraatu.
Maqaan kee haa qulqula’u.
Mootummaan kee haa dhufu.
Jaalalli kee waaqa irratti akka ta’e.
Akkasuma immoo lafa irratti haa ta’u.
Kan nu ga’u buddeenna keenya har’a nuuf keeni.
Yakka keenya nuuf dhiisi.
Nuus immoo warra nu yakkaniif akka dhiifnu.
Qoramatti nu hin galchiin.
Hamaa nu oolchii malee.
Mootummaan kan kee ti’o, humniis,
galaaniis bara baraan. Ameen.
-
Weekly Program
Worship: Every Sunday from 11:00am to 2:00pm Prayer: Every Tuesday from 6:00pm to 8:00pm Bible Study: Every Thursday from 6:00pm to 8:00pm